Karri ishee matumaa guyyaadhaan hin cufaman, halkan immoo achi hin jiru.@Mul’ata Yohannis 21:25
portrait
Lydia Baxter
1809–1874

Ly­dia O. Bax­ter, cir­ca 1872 (The Gate Ajar for Me); .

Si­las J. Vail (🔊 pdf nwc).

Ani kella banama beeka kan warqeen ijaaramee
Isa keessaa ifinni hindhufa nu hundumaaf kan ibsu.

Buufata

Ya mo’aa ayyaana waaqa inni banamadha anaf
Anaf anaf naf banama dha.

Banamaadha hundumaaf dubbi Waaq kan eeganiif
Soreessa fi deegaaf sanyi nama hundumaaf.

Buufata

Eega amma dafiii dhaqii kellaan utuu hin cufamin
Gonfoo ulfina fudhadhu fayyisaan kan siif kennu.

Buufata

Guyya laga du’aa ceene ba’aan keenya hin salphata
Yaaddo keenya ni obbaaffaanna mooti keenyaf faarffanna.

Buufata