Ati isa deegadhaaf iddo baqaa hin taate. Isa dadhbaas yeroo gidiraa isaatti hin gargaarte; bokka yandoo iddo itti dheessanii fi ho’a aduu jala iddo itti baqatan gaadisa hin tolchiteef; waantti afaan jal’ootaa keessa ba’u akka bokka yandoo ganna, akka ho’a aduu bonaa fi akka buluqa lafa gogaati.@Isaayaas 25:4
portrait
Ira D. Sankey (1840–1908)

Ver­non J. Charles­worth, cir­ca 1880 (A Shel­ter in the Time of Storm); .

Ira D. San­key, cir­ca 1885 (🔊 pdf nwc).

portrait
Vernon J. Charlesworth
1839–1915

Goofta jalatti ni baqannaa da’oo keenyaa rakkinatti
Badisa iraa inni nu eegaa da’oo keenyaa rakkinatti.

Buufata

Hirkoo keenyaa yeroo gidiraa yeroo aduu gaddiisa keenyaa
Nuu geggeessa kara keenyaa irrattii da’oo jireenya rakkinatti.

Halkani fi guyyaa nuu eega da’oo keenyaa rakkinatii
Gaddaa fi dhiphinaa nuraa fudha da’oo keenya rakkinatii.

Buufata

Da’oo guddaan yoo nu qabee da’oo keenyaa rakkinnitii
Waaqaa birratti ni baqannaa da’oo keenyaa rakkinati.

Buufata

Da’oo keenyaa gooftaan keenyaa da’oo keenya rakkinati
Gargaarsaa keenyaa nuuf ta’a da’oo keenyaa rakkinatii.

Buufata